Nesru Michael

Turiizimii injifannoo olka’iinsa Itoophiyaa!= = =========Haroon Haramaayaa Iddoo Hawwata Turizimii Baha Biftuu keessaa tokkoTurizimiin biyya tokkoof qabeenya dilbiidha. Turizimiin hawwatummaa biyyaa dabaluun jijjiirama dinagdeefi hawaasummaa olkaasee mul’isuun guddina biyyaa utubuu keessatti shoora olaanaa qaba. Biyyoonni qabeenya turizimii uumamaafi nam-tolchee qaban sirnaan misoomsuun waggatti galii guddaa irraa argachuun diinagdee biyyasaanii ittiin guddifachaa jiranis hedduudha.

nesrumichaelNesru Michael form


Subscribe to my newsletter

Discover more from Nesru Michael

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading

Design a site like this with WordPress.com
Get started